Smart ijolle oromo

Smart ijolle oromo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Smart ijolle oromo, Automotive, aircraft & boat, Nelsan mandela, Cape Town.

23/10/2020

Jirtuu

Oromoon galaana❤️💚❤️
02/10/2020

Oromoon galaana❤️💚❤️

Maal godheen an sirraa hafaa..
19/09/2020

Maal godheen an sirraa hafaa..

13/08/2020

Hidhamaan Jawaar waliin mana murtiitti dhihaataa ture COVID19 qabamuun eega mirkanaayee booda Jawar fayyaa isaa ilaaluuf haakima dhuunfaa gaafatee didan. Amma Jawar yoo dhukkuba kanaan qabame maal nuun jechuuf deeman?

13/08/2020

Eega Hacaaluun wareegamee kaasee guyyoota 44 keessatti wanti tahe waan salphaa miti. Hidhaa fi ajjeechaa takkaa mul’atee hin beeknetu raawwatamaa jira. Waan jajjaba Oromoon qabdu hunda balleessan. Waan Nafxanyootni gaafataa turan guutanii Nafxanyoota gammachiisan.

Oromoof qabsoo hadhooftuu taatus afaanfaajjii waggoota 2 ture jalaa bilisa ta’eera. Amma Oromoon garaa qulqulluun dubbii tana ilaalu hundi Abiy eenyu akka tahe hin gaafatu. Oromoon hundi Abiy diina tahuu isaarratti walii galee jira (warra garaa hin ilaallatu).

Diinummaa isaa ifatti labsannaan Qeerroon qoqqoodame jedhames ifatti tokkummaa isaa labsate. Humna tokkummaa jabaa qabu tahuu itti agarsiise. Ammas qophaa’ee labsii itti aanu eegaa jira.

Yeroo mootummaan kun humna qabu hunda fayyadamee Oromoo hidhaan doorsisaa jiru kana akka mootummaan kun moo’atametti ilaalamuu qaba. Namni tokko tokko garajabeenya mootummaa kanaa ilaalee akka waan Oromoo gadi qabuu danda’utti yaaduu mala. Kuni dogoggora. Ummata akka Oromootti dammaqe kana bifa amma itti deemaa jiran kanaan gadi qabuun waan hin yaadamne. Mootummaan akka kufe waan bareef humna qabu hunda fayyadamaa jira. Kuni kufaatii isaa mul’isa. Ummatni Oromoo kana sirriitti hubachuu qaba!

02/05/2018
02/03/2018

NAJJO: Ummanni keenya tasgabbaayaa. Amma hattuun korjoo haa albaatu malee ummanni jeeqamuu hin qabu. Rabbii dhugaa isiniif galche galteeffadhaa.

02/03/2018

BEEKSISA: Labsiin muddamaa sagalee 2/3 paarlaamaatti hin arganne. Kanaafuu kufeera. Hojiirra hin ooolu. Ragaadhaaf sagalee afyaa'ichaa, ( Abbaa Duulaa Gammadaa) waltajjii sanirratti hanna isaatiif ragaa ofitti bahe argannee jirra. OMN gubbaatti eeggadhaa.

02/03/2018

Haqxi Oromoo Abbaan Duulaa funyaan qabuu yaallaan hudduu isaa isaatiin xiixxe. We got you!!

02/03/2018

Hello ATL, we are here. Lets do this for yet another round of hard work and success.

Address

Nelsan Mandela
Cape Town

Telephone

+27626162876

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Smart ijolle oromo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share